Hajj & Umrah part 1 Seeraa fii heera Hajjii fii Umraa irratti barumsa bal'aa sheekh Alii Jimmaatiin.




1,598 Views

Published

Seeraa fii heera Hajjii fii Umraa irratti barumsa bal'aa sheekh Alii Jimmaatiin. sagantaan kun barumsa yeroo hundaati. warri Rabbiin laaffiseefii amma hajjii godhuuf qophitti jiru amma irraa barata. warri ammatti aanjaa hin argatinis gaafa Rabbi aanjesseef irraa barata. kanaafuu sagantaa ifaajee guddaan isiniif qophaahe kana share waliif godhuun qooda keeysan bahaa.

Category
oromiffa Da'awa
Be the first to comment