Raayyaa Abaa Macaa At Tawfiq Islamic center




4,577 Views

Published
Category
oromiffa Da'awa
  • A/NASIR

    RAAYYAA ABBAA MACCAA
    asalamu aleykum obboleessa kiyya
    maqaa sibbaafatee maatiin jedhee raayyaa
    dalagaaf maqaan kee yoomuu wal fakkaataa
    ija sirraa haa qabu waan karaa si butaa
    waardiyyaa diiniidha kan rabbiin sifile
    rabbumaafin jedhee sijaalla yoomillee
    rabbiif jecha kaatee rabbiin si gargaaraa
    ittuma jabaadhu adaraa adaraa.