Shekh Anwaar Yuusuf, BADII ARRABNI OOMISHU




1,357 Views

Published
ALHAMDULILLAAH, Gargaarsa Rabbiitiin sagantaan mata duree“badii arrabni oomishu” jedhuun dhihaate Shekh Anwaar Yuusuf irraa isiniif dhihaate. Sagantaa kana isiniin dhaqqabuuf warra mallaqaan nu gargaaran `SUMEYAS AND BILALS Group` Rabbiin jazaa isaanii jannataan haa deebisuuf. If duraafis sagantaalee akkanaa akka itti fufnu nu cinaa dhaabbachuudhaaf ahdii seenanii jiru. Nutis hanga humna teenyaatiin numa carraaqna.Rabbiin warra isaaf jecha hojjatee milkaawu nu haa godhu.
Muslim Media Network
Peace for every home
-------------------------------------
Shekh Anwaar Yuusuf, BADII ARRABNI OOMISHU
Watch On Youtube ➤ http://youtu.be/jtlXiHAc274
Follow Muslim Media Network Page ➤ https://www.fb.com/MuslimMediaNet
Follow Google+ account ➤ http://goo.gl/0DXqBH
Subscribe our channel ➤ http://goo.gl/uOO7Ac
Download √ Tag √ Share √ like
Category
MMN
Be the first to comment