Waamicha walgahi hawaasa muslima naannoo skaandiiviyaa fii Awroopaa jiraattan maraaf




1,836 Views

Published

Waamicha walgahi hawaasa muslima naannoo skaandiiviyaa fii Awroopaa jiraattan maraafKoreen tumsa sochii biyyaa kan hawaasa Oromoo Muslima Norway walgahii guyyaa Sanbata xiqqaa fulbaana(september) 12. 2013 magaalaa Oslotti godhuudhaaf qophii isaa xumuuratee jira. Kanaaf hawaasni muslimaa kan naannoo kana keessa jiraattan hundumtuu walgahi bifa addaatin yaroo duraatiif qophaayee kana irratti akka hirmaattan kabajaadhaan waamicha isini goona

Category
Dimtsachen Ysema Tegel Video
Be the first to comment